
Kabajama seenaa, hogganummaa fi jireenya tajaajilaaf oolee, sirna eebba addaa dhuunfaan intala isaanii Beekii Abbaa Duulaatiin jaalalaan qophaa’e kanarratti nuuf argamaa.
Robii, Waxabajjii 3, 2018, Sa’aatii 9:00 (waaree booda) hanga sa’aatii 2:00 (galgala) Hoteela Shiraatoni Addis, Galma Baaliruum (Sheraton Addis Hotel Ballroom) / Hoteela Haarmonii Addis (Harmony Addis Hotel) irratti waamicha keenya kabajaa fudhadhaa.

Jireenya keessatti gammachuu inni gud daan maatii keenya gammachiisuudha. Aniyeroo hunda Abbaabbiitiin “Maaliin gammaddaa? Maaltummoo caalaatti si gammachiisaa?” jedheen irraa daddee bi’ee isa gaafadha ture. Innis deebii isaa ifa fuula isaatiin deeggarameen akkas jedhee naaf ibsa ture “Ijoolleen kiyya guddatanii, baratanii fi of-dandaa’aanii isaaniin arguu; isa irra darbee immoo jireenya mataa isaanii hundeeffatanii gaa’ela godhatanii, akka heeyyama Waaqaatti immoo ijoollee ijoollee koo anatti agarsiisanii akaakaa guddaadha. ta’uun haawwii fi gammachuu kiyya isa
Ani garuu kana irra darbee “Abbaabbii maaliinin isa gammachiisuu danda’a?” gaaffiin jedhu guyyaa hunda sammuu kiyya keessa ni daddee bi’a ture. Mudannoo garaa garaa keessatti namoonni Abbaabbii beekan waa’ee gaarummaa isaa fi enyummaa isaa yammuu isaan dubbataniin xiyyeeffannoon isaan caqasa. Waan nama dhibu, hundi isaanii kan isaan dhugaa bahaan waa’e imala jireenyaa isaa milkaa’aa ta’e qofa osoo hin taane, qaajeelummaa fi gaarummaa isaas akkasu ma dubbatu. Sababa kanaanis Abbaabbiin namummaa olaanaa sadarkaa ani beeku caalaa kabajamuu fi jaallatamu qabaachuu isaan
Gaaf tokko “seenaa jireenyaa Abbaabbii jaalatamaa ta’e kana maalifin barreeffamaan hin gumaachuu?” yaadni jedhu naaf dhufe. Egaan kennaan kiyya inni jalqabaa of-danda’ee, maatii hundeeffadhee Abbaa kiyya akaakaa taasisuuf hawwiin qabu naaf milkaa’eera. Amma immoo guyyaa dhalootaa isaaf yaadannoo akka isaaf ta’uuf, ragum maa waahiloonnii fi jaalleewwan qabsoo isaa kennan seenaa maatii keenyaa wajjiin qindeessee kitaaba kana bifa kennaadhaan yammu un isaaf dhiyeessu gammachuu guddatu natti dhagaa’ama.





9:00 – 10:00

10:00 – 10:20

10:20 – 10:30

10:30 – 10:40

10:40 – 10:55

10:55 – 11:10

11:10 – 11:35

11:35 – 11:50

11:50 – 12:15

12:15 – 12:25

12:25 – 12:55

12:55 – 1:05

1:05 – 1:15

1:15 – 1:45

1:45







